TIKVAH AFAAN OROMOO Telegram channel photo

TIKVAH AFAAN OROMOO

@tikvahethafaanoromooPublic Channel

TIKVAH AFAAN OROMOO shares Religião updates and media on Telegram. Join to stay updated.

ReligiãoportuguêsBrasil

2.2k

Last views

38.1k (38,116 subscribers)
Membros
—
Rating
64
Total Posts
Oct 20, 2026, 11:39 PM
Atualizado
Mar 31, 2026
Created
Stats

Você está vendo conteúdo em português. Para ver conteúdo em outros idiomas, mude o idioma do site.

Channel Information

Channel Information
Channel NameTIKVAH AFAAN OROMOO
Username@tikvahethafaanoromoo
CategoryReligião
Languageportuguês
CountryBrasil
Membros38,116
Channel TypePublic Channel
Created31 de mar. de 2026
Last Updated20 de out. de 2026 • anteontem
StatusActive

Classificação

Classificação Global
#97706+216
Classificação por Idioma
#2011+12
Classificação por Categoria
#1520+12

Crescimento de Participantes

Total: 38.1K30 Days growth: +7241.9%
09/2109/2610/0110/0610/1110/1610/20
Crescimento de Participantes - 30 Days
DateSubscribers
21:09:202637,392
22:09:202637,392
23:09:202637,392
24:09:202637,392
25:09:202637,392
26:09:202637,392
27:09:202637,392
28:09:202637,392
29:09:202637,392
30:09:202637,392
01:10:202637,392
02:10:202637,392
03:10:202637,392
04:10:202637,392
05:10:202637,392
06:10:202637,392
07:10:202637,392
08:10:202637,392
09:10:202637,392
10:10:202637,392
11:10:202637,392
12:10:202637,392
13:10:202638,011
14:10:202638,011
15:10:202638,011
16:10:202638,011
17:10:202638,011
18:10:202638,011
19:10:202638,011
20:10:202638,116
Crescimento de Participantes - Weekly
DateSubscribers
Week of 30:03:202638,204
Week of 06:04:202638,160
Week of 13:04:202638,102
Week of 20:04:202637,991
Week of 27:04:202637,991
Week of 04:05:202637,991
Week of 11:05:202637,736
Week of 18:05:202637,736
Week of 25:05:202637,736
Week of 01:06:202637,284
Week of 08:06:202637,284
Week of 15:06:202637,054
Week of 22:06:202636,950
Week of 29:06:202636,950
Week of 06:07:202636,950
Week of 13:07:202636,740
Week of 20:07:202636,621
Week of 27:07:202636,582
Week of 03:08:202636,582
Week of 10:08:202636,582
Week of 17:08:202636,723
Week of 24:08:202637,222
Week of 31:08:202637,279
Week of 07:09:202637,279
Week of 14:09:202637,392
Week of 21:09:202637,392
Week of 28:09:202637,392
Week of 05:10:202637,392
Week of 12:10:202638,011
Week of 19:10:202638,116
Crescimento de Participantes - Monthly
DateSubscribers
March 202638,228
April 202637,991
May 202637,736
June 202636,950
July 202636,621
August 202637,222
September 202637,392
October 202638,116
Crescimento de Participantes - Yearly
DateSubscribers
202638,116

Últimos Posts

TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

18 de out. de 2026, 01:29

Obbo Taarikuu Damisee eeggataa Hojii Raawwachiisaa Ol'aanaa Itiyoi Telekoom ta'uudhaan ramadamaniiru.

​Obbo Taarikuun Onkololeessa 06, 2019 ALH (A.L.A Onkololeessa 16, 2026) irraa eegalee Itiyoo Telekoom keessatti eeggataa Hojii Raawwachiisaa Ol'aanaa ta'uudhaan akka hooggananiif ramadamuu isaanii Boordiin Daayirektaroota Itiyoo Telekoomiif beeksiseera.

​Dhaabbata kana keessatti Obboo Taarikuu Damisee hoogganoota fi hojjettoota dhaabbatichaa akkasumas qooda fudhattoota dhimmi ilaallatu waliin ta'uudhaan karoorri tarsiimoo kun haala bu'a qabeessa ta'een hojiirra akka oolu, sochiiwwan hojii guyyaa guyyaa hordoffii fi to'annoo hoogganummaa sirrii ta'een akka hoogganan, qulqullinni tajaajilaa fi hojii akka fooyya'u akkasumas guddinni yeroo dheeraa fi dorgomtummaan dhaabbatichaa akka cimu itti gaafatamummaan kan kennameef ta'uu ibsameera.

​Kanaan dura Itiyoo Telekoom Hojii Raawwachiisaa Ol'aanaa ta'uudhaan kan hogganaa turan Fireehiwot Taammiruu Fuulbaana 28/2019 ALH irraa eegalee Ministira Innooveeshinii fi Teeknoolojii ta'uudhaan Muummee Ministiraa Doktor Abiy Ahmediin muudamun isaanii ni beekama.

​#TikvahAfaanOromoo
Onkololeessa 6, 2019
Finfinnee

@tikvahethafaanoromoo
2,2000011
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

17 de out. de 2026, 16:36

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa gabaasa hojii bara 2025/26 irratti milkaa'ina gurguddaa galmeessuu beeksiseera.

​Faayinaansii fi Guddina Baankichaa

➻​Qabeenya Waliigalaa: Birrii biiliyoona 224.09 gahuu danda'eera.
➻​Kuusaa Maamiltootaa: Birrii biiliyoona 193.26 gahaera.

➻​Liqii Kenname: Maamiltootaaf Birrii biiliyoona 142 liqeeffameera.

➻​Bu'aa Gibira Duraa: Birrii biiliyoona 8.11 galmeessiseera.

​Tajaajila Dijitaalaa fi 'Coopay E-Birr'

​Baankichi tajaajila dijitaalaa ammayyeessuu fi babal’isuu irratti invastimantii guddaa taasisera:

➻​Fayyadamtoota Coopay E-Birr: Biiliyoona 22.3 ol.

➻​Daldaltoota Fayyadaman: Kuma 368.7 ol.

➻​Bakka Bu'oota (Agents): Kuma 42.8 ol.

​Qabeenya Namaa (Hojjettoota)

➻​Hojjettoota Dhaabbataa: 7,108
➻​Hojjettoota Kontraataa/Alaa: 6,221
➻​Humna Hojii Waliigalaa: 13,329

​Hojii Gaggeessaan Olaanaa Baankichaa Obbo Daribee Aswaafu akka ibsanitti:
​Dorgommii, jijjiirama teeknooloojii fi haala diinagdee addunyaa ulfaataa keessattis baankichi milkaa'ina kana galmeessuu danda'eera.

​Gara fuulduraatti tajaajila dijitaalaa cimsuu, daldaltoota xixiqqaa fi giddugaleessaa deeggaruu fi guddina diinagdee Itoophiyaa keessatti gahee guddaa taphachuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama.

#TikvahAfaanOromoo
Onkololeessa 6, 2019
Finfinnee

@tikvahethafaanoromoo
3,9100015
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

15 de out. de 2026, 17:03

Itoophiyaa keessatti fayyadamtoota intarnetaa 100 keessaa 55 araada olaanaaf saaxilamuu isaanii ibsame!

​Itoophiyaa keessatti lakkoofsi lammiilee bilbila isaaniitiin meeshaalee qunnamtii hawaasaa kanneen akka Feesbuukii, Tik Tok fi Telegram fayyadamanii dabalaa kan jiru ta’us, irra caalaan isaanii araada garmalee fi miidhaa sammuuf (xiinsammuuf) saaxilamaa jiraachuu isaanii Dhaabbanni Qorannoo Poolisii (Policy Studies Institute) waltajjii gabaasa qorannoo haaraa dhiheesseen beeksiseera.

​Dhaabbatichi qorannoo taasiseen, fayyadamtoota intarnetaa 100 keessaa 55 kan ta'an bilbila isaaniifi meeshaalee qunnamtii hawaasaa osoo hin ilaalin ooluu kan hin dandeenye araada ulfaataa keessa galuu isaanii ibseera. Namni irra caalaan meeshaalee qunnamtii hawaasaa kan fayyadamu qophii sammuu fi xiinsammuu osoo hin taasisin waan ta'eef, barmaatilee badaa akkasitiif salphaatti akka saaxilamu sababa ta'uusaa ibsameera.

​Araada meeshaalee qunnamtii hawaasaa fi fayyadama sirrii hin taaneen walqabatee balaan hawaasa irra gahu olaanaa ta’uun caqasameera. Fayyadamtoota 100 keessaa 35 kan ta'an dubbii jibbiinsaa kan isaan gahu ta'uu, akkuma kanaan 28% kan ta'an immoo odeeffannoowwan walitti bu'iinsa saboomaa fi amantaa kakaasan kan isaan gahu ta'uu ibsameera.

​Geggeessitoonni biyyaa fi hawaasaa gochaalee daawwatan keessaa 71% kan ta'an qabiyyee jibbisiisaa fi arrabsoo kan qaban ta'uun qorannichaan agarsiifameera.

Meeshaalee qunnamtii hawaasaa waa'ee gaariif fayyadamuuf sababa ijoo gufuu ta'an keessaa madaalliin intarnetaa qaala’uun isa tokko ta’uun ibsameera.

​Fayyadamtoota 100 keessaa 67 gatiin intarnetaa qaala’uun gufuu kan ta'eef ta'uu, hanqinni bilbilaa fi kompiyuutaraa 38%, akkasumas hanqinni beekumsa diijitaalaa 38% namoota kan qoru ta'uu bal'inaan ibsameera.

​#TikvahAfaanOromoo
Onkololeessa 5, 2019
Finfinnee

@tikvahethafaanoromoo
5,6300059
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

13 de out. de 2026, 20:44

Photo1/4
#Finfinnee ​Mootorsayikilii oofuun yeroo murtaa'ef dhorkame. Magaalaa Finfinneetti ​guyyaa har'aa Fulbaana 15, bara 2019 (A.L.I) irraa eegalee mootorsaayikilii miila lamaa oofuun dhorkamuu Isaa Qajeelchi Poolisii Magaala Finfinnee beeksiseera. ​"Yakkamtoonni…
7,3000031
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

13 de out. de 2026, 14:59

Photo1/4
#Maqalee📍

​Jeneeral Taddasaa Woradaa fi hoggantoonni biroo Maqalee galaniiru.

​Turtii torban lamaaf gargaartota qabsoo isaanii durii harkaatti hidhamanii kan turan, Preezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Tigraay Le/Jeeneralaa Taddasaa Woradaa dabalatee hoggantoonni olaanoo 4 amma Maqalee gahuu isaanii Tikvah Ethiopia'n mirkaneesseera.

​Gara Maqalee kan isaan galche Raayyaa Ittisa Biyyaati.

​Namoota Maqalee galan:

➻​Leetenal Jeeneeraal Taddasaa Woradaa

➻​Koloneel Tawalde Gabratinsaa'ee

➻​Obbo Isayyaas Taddasaa

➻​Koloneel Alamsaggad Gabra'igzi'abiher dha.

​Namoota humnaan qabamanii fudhataman keessaa tokko kan ta'anKoloneel Alamsaggad Gabra'igzi'abiher bilbilaan Tikvah Ethiopia'f yaada kennaniin "Maqalee geenyeerra" jedhaniiru.

​Amma maatii isaanii waliin wal arganii jiru.

​Hoggantoonni kun TPLF magaalaa Maqalee gad-lakkisee yeroo bahu fudhatee bahuu isaa kanyaadatamuudha.

​Eessa turani? Haala akkamii keessa turan? kan jedhu odeeffannoo bal'aa booda kan dhiyeessinu ta'a.

@Tikvahethafaanoromoo
7,2500037
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

11 de out. de 2026, 18:00

Haala Yeroo Naannoo Tigraay !!

​Bulchiinsa Yeroo fi Qajeelcha Komaand Postii: Naannoon Tigraay ji'oota 6 dhufaniif komaand postii federaalaa jalatti kan turtu ta'a. Kaayyoon isaas nageenya kabachiisuu, bayyanannaa fi haaromsa Qabeenyaaf, akkasumas naannicha bulchiinsaaf mijataa gochuudha.

​Waamicha Qophii Filannoo: Turtiin komaand postii ji'a 6 kun yeroo xumuramu, Boordii Filannoo Biyyaaleessaa Itoophiyaatiin filannoon naannoo kan geggeffamu ta'a. Paartileen siyaasaas qophii akka taasisan waamichi dhihaateera.

​To'annoo Nageenyaa fi Magaalota: Raayyaan ittisaa Biyyaaleessaa fi Humni Nageenyaa Tigraay magaalaa Addigraat to'achuu hordofee, guyyoota dhufanitti Magaalota Aksum fi Adwaa to'annoo jalatti galchuuf hojjechaa jiru.

​Buqqa'oota fi Miseensota TPLF: kanneen buqqa'an gara qe'ee dhaloota isaanitti kan deebi'an ta'a. Miseensonni TPLF yakka irratti hin hirmaatinis hojii deebisanii dhaabuu naannichaa irratti hirmaachuu ni danda'u.

​Yaada Obbo Geetaachoo Raddaa: Obbo Geetaachoo Raddaa waraanni xumuramuusaa fi TPLF deebi'ee kan hin dhufne ta'uu ibsuun, hoggantoonni TPLF daangaa Eertiraa irraa gara kibbaatti naannoo laga Mareb akka jiran eeraniiru.

​Deebii TPLF: Gama biraatiin, hoggantoota TPLF kan ta'an Amaanu'el Asaffaa fi Komunikeshiniin dhaabbatichaa, "Lola deebisanii saaquuf qophiidha, humni kamiyyuu Tigraay hin bahu" jechuun yaada isaanii ibsataniiru.

#TikvahAfaanOromoo
Onkololeessa 1, 2019
Finfinnee

@tikvahethafaanoromoo
8,5600054
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

11 de out. de 2026, 13:17

Photo1/2
#Maqalee

Daandiin xiyyaara Itoophiyaa balalii idilee Finfinnee irraa gara magaalaa Maqaleetti sababa waraanatiin addaan citee ture har'a eegaleera.

​#ENA

​@tikvahethafaanoromoo
8,8300024
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

10 de out. de 2026, 12:38

Photo1/2
Obbo Geetaachoo Raddaa Irra Deebiidhaan Muudaman

​Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad har'a Fulbaana 30, bara 2019 (A.L.H) jalqabee Obbo Geetaachoo Raddaa Ministeera Gorsaa Muummee Ministiraa Dhimmoota Baha Afrikaa gochuudhaan irra deebi'uudhaan muudaniiru.

​Obbo Geetaachoon Eebla 3, bara 2017 (A.L.H) jalqabee muudama kanaan tajaajilaa akka jiran ni beekama.

#TikvahAfaanOromoo
Fulbaana 30, 2019
Finfinnee

@tikvahethafaanoromoo
8,6600035
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

10 de set. de 2026, 13:54

Photo
#MetuUniversity

Beeksisa Waamicha Barattoota Buleeyyii Yuunivarsiitii Mattuu Hundaaf

​Barattoonni Buleeyyiin Yuunivarsiitii Mattuu bara barnootaa 2019 baga nagaan geessan jechaa, guyyaan galmee Fulbaana 7-8/2019 A.L.I akka ta'ee fi barnoonni kan eegalu Fulbaana 11/2019 A.L.I akka ta'e beektanii, guyyaa jedhame kanatti qaamaan argamtanii akka galmooftan isin beeksifna.

​Hubachiisa:

​Barattoonni haaraa bara 2019tti Ministeera Barnootaatiin Yuunivarsiitii Mattuutti ramadamtanii fi barattoonni sagantaa Fooyya'iinsaa(Remedial) tiin bara barnoota 2018tti barnoota keessan hordofaa turtanii fi qabxii darbiinsaa argattaniif guyyaan waamichaa fuulduratti kan beeksifamu ta'a.

👉 ​Barataan guyyaa eerame dursee ykn dabarsee dhufee kan hin keessummeessine ta'uu cimsinee isin hubachiisna.

#TikvahAfaanOromoo
Qaam'ee 01, 2018
Finfinnee
6,6400062
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

10 de set. de 2026, 13:54

Photo
Riipabliika Demokiraatawaa Koongootti Qophiin Cidhaa Gara Gaddaatti Jijjiirame: Lubbuun Namoota 22 Balaa Abiddatiin Darbe

​Guyyaa Kaleessa Sanbata xiqqaa magaalaa guddoo Riipabliika Demokiraatawaa Koongoo, Kinshaasaa Naannoo Liingwaala jedhamutti sagantaa cidhaa geggeeffamaa ture irratti balaa abiddaa tasaatiin namoonni 22 lubbuun isaanii yoo darbu namoonni hedduun miidhaa cimaaf saaxilamaniiru.

​Bulchaan naannichaa Norbert Mushingaa akka ibsanitti, balaan kun kan muudate Galma Cidhaa gammachuu isaanii itti ibsatan keessatti yoo ta'u, baay'inni namoota du'anii dabaluu danda'a jechuun yaaddoo isaanii ibsaniiru.

​Miidhamtoonni yaalama jirus jedhaniiru.

​Hanga ammaatti ka'umsi balaa kanaa sirriitti kan hin beekamne yoo ta'u, qondaaltoonni sababni isaa rakkoo sarara elektrikii ykn miidhagsa galmichaa irraa ka'uu danda'a yaada jedhuun qorannoo bal'aa geggeessaa jiru.

​Balaan kun qabeenya bakka sanatti ture hundumaa barbadeessuu isaas miidiyaaleen biyyattii gabaasaniiru.
6,1700026
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

10 de set. de 2026, 13:54

Photo
Itoophiyaan tajaajila humna ibsaa ammayyeessuu, fi uummataaf dhaqqabamaa taasisuuf invastimantii guddaa raawwachaa jirti.

Itoophiyaan mul'ata 'Digital Ethiopia 2030' milkeessuuf tajaajila ibsaa ammayyeessuu fi uummataaf dhaqqabamaa gochuuf hojjechaa jirti.

Dhaabbanni Humna Elektirikii fi Tajaajilli Elektirikii Itoophiyaa qindoominaan humna ibsaa amanamaa dhiyeessuuf invastimantii fi hojii dijitaalaa gaggeessaa jiru.

#TikvahAfaanOromoo
Hagayya 29, 2018
Finfinnee
7,8300047
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

10 de set. de 2026, 13:54

Magaalaa Finfinneetti gurgurtoota konkolaataa 200 ol irratti tarkaanfiin fudhatame.

​Waajjirri Galiiwwan Magaalaa Finfinnee hordoffii torban lamaaf taasiseen, Wajjiraawwan taaksii dhoksuu irratti hirmaatan, ejentoota konkolaataa 200 ol irratti tarkaanfii bulchiinsaa fudhateera.

​Seer-maleessummaa gurguddoo deebisaman:

​Galchitoonni (importers) bakka gurgurtaa mataa isaaniitiin gurguruu mannaa, eenyummaa isaanii dhoksuudhaan ejentoota komishiniitiin gurguruu isaanii.

​Ejentoonni eeyyama daldalaa naannoleetti baafatanii Finfinnee keessatti konkolaatota gurguraa argamuu isaanii.

​Gurgurtoonni konkolaataa moofaa konkolaatota haaraa gurguruu isaanii.

​Qajeelfamoota fi waliigalteewwan haaraa hojiirra oolan:

Rakkicha mariidhaan furuudhaaf waajjirichi gurgurtoota konkolaataa moofaa waliin qabxiiwwan sadii irratti waliigaltee irra gaheera:

​Konkolaataa haaraa nama alaa galchu irraa fuudhanii gurguruu dhiisuu.

​Tarreeffama odeeffannoo konkolaataa gurguratanii guyyoota 10 keessatti waajjira galiiwwaniitiif beeksisuu.

​Konkolaataa moofaa dabalataa gara bakka gurgurtaatti erga galchaniin booda sa'aatii 24 keessatti gabaasa gochuu.

​Itti dabaluudhaanis, namoota konkolaatota mana jireenyaa fi man-kuusaa (magaazina) keessatti dhoksan irratti hordoffiin cimaan taasifamaa jira.

#TikvahAfaanOromoo
Hagayyaa 28, 2018
Finfinnee
7,7400048
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

10 de set. de 2026, 13:54

Photo
Filannoo Yuunivarsitii fi damee barnoota Filadha!!

Barattoonni bara 2018 qormaata biyyoolessaa xumura sadarkaa 2ffaa fudhachuun sagantaa idileetiin qabxii darbiinsaa dhaabbilee barnoota olaanoo galmeessistan filannoon yuunivarsiitii fi gosa barnootaa eegaluu isaa ministeerri barnoota ifoomseera.

Filaannoon kunis🤘

Hagayya 28 irraa eegalee hanga Qaammee 5, bara 2018tti galmaa'uu danda'a.

Raawwii filannoo kanaafis barattoonni marsariitii (Link) ' https://student.ethernet.edu.et/' jedhu fayyadamuun haala salphaan sirreessuu ni danda'u.

Gama biraatiin, barattoota dhukkubsatanii ragaa wal'aansaa qaban, qaama miidhamtoota, lakkuuwwan saala walfakkaataa qabanii fi haadholii daa'ima ji'a ja'aa gadii hoosisan ilaalchisee deeggarsi addaa kan taasifamuuf tahuu ibsameera.

#TikvahAfaanOromoo
Hagayyaa 28, 2018
Finfinnee
7,7500024
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

10 de set. de 2026, 13:54

Photo
#Sa'ud Arabiyaa🇸🇦

​Sa'ud Arabiyaa keessatti, namtichi lubbuu namaa balleessee adabbii du'aatiin adabame.

​Ministeerri Dantaa Keessoo Sa'ud Arabiyaa, naannoo Makkaatti yakkamaa ajjeechaa ta'uun murtiin du'aa kan irratti darbee ture lammiin Yemen tokko murtiin du'aa irratti raawwatamuu beeksiseera.

​Namni Ziyaad Waliid Mahaammad Abdullaah jedhamu lammii Yemen kan biraa isa biroo waliin walitti bu'iinsa uumameen, meeshaa qaramaa ta'een mataa isaa dhaahuun akka inni du'u gochuu isaa ministeerichi ibseera.

​Dhimmi isaa mana murtiitti ilaalamee yakkamaa ta'uun isaa mirkanaa'uu fi oliyyannoo gaafatus murtiin du'aa sun irratti ragga'era. Kanas hordofuun ajaja mootichaatiin murtichi kaleessa raawwatiinsa argateera.

​Ministeerichis tarkaanfiin kun nageenya biyyaattii eegsisuuf, haqni akka kabajamuufi mirga jiraachuu irratti yakka raawwatamu ittisuuf tarkaanfii seeraa fudhatameedha.

​Ministeerichi namoonni yakka walfakkaatu raawwachuuf jiran irraa akka of qusatan akeekkachiiseera.
8,0000032
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

10 de set. de 2026, 13:54

Photo
Qonnaan Bultoonni Itoophiyaa %0.4 Qofatu Inshuraansii Qonnaa Qabu Jedhame

Qonnaan bultoota Itoophiyaa miliyoona 18 ol keessaa dhibbeentaa 0.4% gadi qofatu inshuraansii qonnaa akka qaban ibsame.

​Haalli kunis qonnaan bultoonni hongee, lolaa fi jijjiirama haala qilleensatiin kasaaraa guddaa, hir’ina galii fi rakkoo wabii nyaataaf akka saaxilaman tasiisa jira.

​Dhaabbanni Nyaata Addunyaa (WFP) inshuraansii haala qilleensa irratti hundaa'e babal'isuu fi rakkoo "basis risk" (rakkoo kaffaltii beenyaa) teeknooloojiidhaan furuuf hojjechaa jiraachu gabaafameera.

Tumsa WFP fi EIB Global tiin bajata Yuuroo miliyoona 4'n qonnaan bultoota 210,000 inshuraansii kanatti dabaluuf karoorfameera.

Inshuraansii qonnaa gara qonnaan bultoota bal'aatti geessisuun tarsiimoo fi hojii yeroo dheeraa kan gaafatuudha.

#TikvahAfaanOromoo
Hagayya 27, 2018
Finfinnee
9,1800028
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

10 de set. de 2026, 13:54

Photo
"Lammiilee Miliyoona 19 ol Ta'aniif Carraan Hojii Uumamee Jira" Ministeera Hojii fi Ogummaa

Ministeerri Hojii fi Ogummaa (Aadde Mufariyaat Kaamiil) raawwii waggoota shanan darban (2014–2018) ilaalchisee ibsa kennaniiru:

​Carraa Hojii: Biyya keessatti lammiilee miliyoona 19 oliif, akkasumas biyya alaatti lammiilee miliyoona 1.6 olif carraan hojii uumameera.

​Leenjii Ogummaa: Lammiileen miliyoona 20 ol leenjii yeroo gabaabaa fudhataniiru.

​Deeggarsa Dinagdee: Indaastirii xixiqqaa fi giddugaleessaaf walitti hidhamiinsa gabaa birrii biliyoona 295 ol, liqaa fi deeggarsa birrii biliyoona 166, akkasumas lafa heektaara kuma 623 ol dhiyeessuun danda'ameera.

#TikvahAfaanOromoo
Hagayya 26, 2018
Finfinnee
8,8600081
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

10 de set. de 2026, 13:54

Photo
Biiroon Barnootaa Oromiyaa bara barnootaa 2019’tti barattoota miiliyoona 13.5 simachuuf dhaabbilee barnootaa 37,121 qopheessuu ibseera .

​Wantoota ijoo:

​Barattoota galmaa'an: Haga yoonaatti barattoonni miiliyoona 5 ol galmā'aniiru; kanneen hafan akka dafani galmā'an godhamaa jira.

​Guyyaa barnoonni jalqabu: Barnootni guutummaa naannichaa irratti Fulbaana 05, 2019 jalqaba.

#TikvahAfaanOromoo
Hagayya 25, 2018
Finfinnee
10,1000034
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

26 de ago. de 2026, 08:50

Photo
Congratulations 🎉

Manni Barumsaa Addaa Yuunivarsiitii Jimmaa barattoota qorumsa biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan hunda dabarseera. Manni barumsichaa akka biyyaatti manneen barnootaa baattoota isaanii %100 dabarsan keessaa isa tokko ta'uudhaan barattoota qorumsa fudhatan gutummaatti dabarsuu danda'eera.

Manni barumsichaa barattoota 34 kan qorsiise yemmuu ta'u, barattoonni 34nuu darbaniiru. Kanneen keessaa barattoonni 18 qabxii 500 ol fiduun darbani.

#TikvahAfaanOromoo
Hagayya 19, 2018
Finfinnee
1,5600020
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

26 de ago. de 2026, 08:50

Photo
Barattoota akka aanaa Adaabbaatti Qabxii olaanaa 500 ol galmeessisan👏👏👏
3,5200043
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

26 de ago. de 2026, 08:50

Photo
#Baga_Gammaddan!

Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018'n Barataan Abubakar Aliyyii Mohammad Akka Aanaa Baabbileetti qabxii olaanaa galmeesse.

Abubakar Aliyyii Mohammad Mana Barnootaa Bultii Addaa Haaramayyaa Addeelee irraa qormaata biyyoolessa kutaa 12ffaa bara 2018 qabxii olaanaa 561 fide.

Barataan Abubakar Dhalataa Aanaa Baabbilee Gandaa Rahmaata Saalaama Iddoo Addaa Isaaqoy jedhamutti kan dhalaate Damee Saayinsii Uumamaan qabxii 561 fiduun qabxii olaanaa galmeesse jira.

Congratulations 🎊
3,3400022
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

26 de ago. de 2026, 08:50

Photo
" Barattoonni sa'aatii 1:00 (galgala) Jalqabee Qabxii Isaanii Ilaallachuu Ni Danda'u " - Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaata

​Liinkiiwwan qabxiin qormaata itti ibsamu beeksifamaniiru.

​Barattoonni qabxi isaanii har'a Hagayya 19, 2018 sa'aatii 1:00 (galgala) irraa jalqabuun liinkiiwwan filannoo armaan gadii fayyadamuudhaan ilaallachuu kan danda'an ta'uu Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa beeksiseera.

​Akkasumas, barattoonni komii yoo qabaatan qaamaan dhufuun ossoo isaaniif hin barbaachisin, liinkii https://result.eaes.et/complaint jedhu fayyadamuun komii isaanii hanga Hagayya 26/2018 sa'aatii 10:00 (waaree booda) tti dhiheessuudhaan, deebii isaas liinkima sanaan hordofuu kan danda'an ta'uu tajaajilichi ibseera.

​Liinkiwwan qabxiin itti ibsamu:

​Fuula Marsariin: https://result.eaes.et/

​Teelegraamiin: https://result.eaes.et/telegram

​Ergaa Gabaabaa (SMS): https://result.eaes.et/sms

#TikvahAfaanOromoo
Hagayya 19, 2018
Finfinnee
5,4800040
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

26 de ago. de 2026, 08:50

Photo
Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Qabxii Olaana Fidan!

Barattoonni kun magaalaa Adaama fi Dodola irraa Damee laamaaninuu akka biyyaatti qabxii olaanaa galmeessan.

Jaalal Girmaa Damee Saayinsii Uumamaan qabxii 591.6 fiduun akka biyyaalessaatti sadarkaa 1ffaa qabateera.

Saayinsii Hawaasaan immoo Barataa Saadam Abdulaaziiz Umar Mana Baruumsaa Bultii Addaa Dodolaa irraa qabxii 576.25 galmeessuun sadarkaa 1ffaarratti argama.

Baga gammaddan, baga gammanne.
6,6000098
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

22 de jul. de 2026, 13:47

Photo
"Guyyaa tokko Itoophiyaan Waancaa Addunyaa irratti akka hirmaattu nan amana" Alii Ahimad

Taphataan garee biyyaalessaa Kaanaadaa fi kilabii Noorwiich Siitii Alii Ahimad, yeroo guyyoota sadii Itoophiyaa keessatti dabarsu keessatti iddoowwan seenaa fi uumamaa hawwata turistii garaagaraa akka daawwatu ibsameera.

Taphataan dargaggoon kun hariiroo cimaa Itoophiyaa waliin qabu irratti yeroo dubbatu, "Ka'umsi koo fi seenaa koo hundi as irraa jalqaba," jechuun gara biyya dhaloota isaa deebi'uun isaa isa boonsuu ibseera.

Aliin, Waancaa Addunyaa 2026 irratti garee Kaanaadaa waliin seenaa haaraa galmeessuu kan danda'e yoo ta'u, guyyaa tokko gareen biyyaalessaa Itoophiyaa illee Waancaa Addunyaa irratti akka hirmaatu hawwii guddaa akka qabu ibseera.

Daawwannaan kun misooma ispoortii irratti dhiibbaa gaarii uumuun walitti dhufeenya lammiilee dhalootaan Itoophiyaa ta'an cimsuuf kan kaayyeffate ta'uunis ibsameera.

#TikvahAfaanOromoo
Adoolessa 13, 2018
Finfinnee
3,7100046
TIKVAH AFAAN OROMOO logo
TIKVAH AFAAN OROMOO

22 de jul. de 2026, 13:47

Photo
Lammiileen odeeffannoo sobaa irraa akka of eegan Komishiniin Marii Biyyaalessaa waamicha dhiyeesse

Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa ummanni odeeffannoo sobaa irraa akka of eeguufi hojii komishinichaa irratti amantaa isaa cimsatee akka itti fufu waamicha dhiyeesseera.

Komishinichi ibsa baaseen akka beeksisetti, mariin biyyaalessaa seena qabeessi Adooleessa 8, 2018 A.L.I jalqabame ilaalchisee namoonni dhuunfaa fi gareewwan tokko tokko miidiyaa hawaasummaa fayyadamuun odeeffannoo sobaa tamsaasaa jiru jedheera.

Komishinichi dhaabbata walaba ta'ee bilisummaa yaada ibsachuu guutummaatti kan kabaju ta'uu ibsuun, yaadota ijaarsaafi marii bu'a qabeessa akka simatu ifoomse.

Haa ta'u malee, ummanni bal'aan Itoophiyaa odeeffannoo sobaan akka hin gowwoomneef hordoffii barbaachisaa taasisee dhugaa jiru uummataaf ifa akka taasisu ibse.

Komishinichi mariin biyyaalessaa qabeenya Itoophiyaanota hundaati jechuun, milkaa'inni adeemsa kanaa lammiileen obsaan, ogummaadhaan fi itti gaafatamummaa waloo qabaachuun hirmaachuuf kutannoo agarsiisan irratti kan hundaa'e ta'uu ibseera.

Akkasumas, adeemsi mariichaa ammallee itti fufee jira; jalqabame malee bu'aan isaa yeroosaa qaba. Kanaafis ummanni Itoophiyaa hundi obsaan bu'aa isaa eeguun irraa akka eegamu komishinichi ibsa isaa keessatti hubachiiseera.

#TikvahAfaanOromoo
Adoolessa 12, 2018
Finfinnee
4,8400023

Showing 30 of 64 posts

Avaliação

Login necessário

Frequently Asked Questions

Sobre o que é o canal Telegram TIKVAH AFAAN OROMOO?+

TIKVAH AFAAN OROMOO (@tikvahethafaanoromoo) é um canal Telegram listado em Religião no tgdio. Ranking, avaliações, reviews e posts recentes para decidir antes de assinar. Atualmente lista cerca de 38.116 inscritos no tgdio.

Como entrar em TIKVAH AFAAN OROMOO (@tikvahethafaanoromoo) no Telegram?+

Abra o perfil no tgdio e use Join / Open in Telegram para assinar @tikvahethafaanoromoo de graça.

TIKVAH AFAAN OROMOO é um bom canal de Religião?+

No tgdio você pode ver avaliação, reviews, ranking e posts de TIKVAH AFAAN OROMOO antes de entrar. Atualmente lista cerca de 38.116 inscritos no tgdio. Compare com canais similares de Religião.

Onde ver estatísticas e posts de TIKVAH AFAAN OROMOO?+

No tgdio, abra @tikvahethafaanoromoo para stats de inscritos, ranking, avaliações e posts. Use Stats para gráficos.