MISBAAHUL UMMA💡 Telegram channel photo

MISBAAHUL UMMA💡

@muslimchanal1Public Channel

MISBAAHUL UMMAH Ibsaa Ummataa 📖 Barnoota Islaamaa 🕌 Da’awaa fi gorsa haqaa 🌟 Ifa beekumsaa babal’isu 🤝 Ummataaf tajaajila ➡️ Dukkana irraa gara ifaatti ➡️ Dhugaa irraa baradhu, qajeelina hordofi 📢 Nu waliin ta’aa – ifa haa babal’ifnu! 💡🌙

ReligiãoportuguêsBrasil

336

Last views

13k (13,001 subscribers)
Membros
—
Rating
10
Total Posts
Jul 7, 2026, 7:43 PM
Atualizado
Apr 22, 2026
Created
Stats

Você está vendo conteúdo em português. Para ver conteúdo em outros idiomas, mude o idioma do site.

Channel Information

Channel Information
Channel NameMISBAAHUL UMMA💡
Username@muslimchanal1
CategoryReligião
Languageportuguês
CountryBrasil
Membros13,001
Channel TypePublic Channel
Created22 de abr. de 2026
Last Updated7 de jul. de 2026 • há 107 dias
StatusActive

Classificação

Classificação Global
#18024-2
Classificação por Idioma
#367+6
Classificação por Categoria
#238+3

Crescimento de Participantes

Total: 13.0K30 Days growth: +2.2K19.8%
06/0806/1306/1806/2306/2807/0307/07
Crescimento de Participantes - 30 Days
DateSubscribers
08:06:202610,848
09:06:202610,848
10:06:202610,848
11:06:202610,848
12:06:202610,848
13:06:202610,848
14:06:202610,848
15:06:202610,848
16:06:202610,848
17:06:202610,848
18:06:202610,848
19:06:202610,848
20:06:202610,848
21:06:202610,848
22:06:202610,848
23:06:202610,848
24:06:202610,848
25:06:202610,848
26:06:202610,848
27:06:202610,848
28:06:202610,848
29:06:202610,848
30:06:202610,848
01:07:202610,848
02:07:202610,848
03:07:202610,848
04:07:202610,848
05:07:202610,848
06:07:202610,848
07:07:202613,001
Crescimento de Participantes - Weekly
DateSubscribers
Week of 20:04:202610,813
Week of 27:04:202610,813
Week of 04:05:202610,848
Week of 11:05:202610,848
Week of 18:05:202610,848
Week of 25:05:202610,848
Week of 01:06:202610,848
Week of 08:06:202610,848
Week of 15:06:202610,848
Week of 22:06:202610,848
Week of 29:06:202610,848
Week of 06:07:202613,001
Crescimento de Participantes - Monthly
DateSubscribers
April 202610,813
May 202610,848
June 202610,848
July 202613,001
Crescimento de Participantes - Yearly
DateSubscribers
202613,001

Últimos Posts

MISBAAHUL UMMA💡 logo
MISBAAHUL UMMA💡

23 de abr. de 2026, 05:21

Gabaasa Gaddaa:

Seera “Ajjeechaa Hidhamtootaa” fi Haala Sukkaneessaa Mana Hidhaa Israa’iil ⚖️

Manni Maree Isiraa’el (Knesset) seera haaraa murtii du’aa hidhamtoota Falasxiin irratti raawwachuuf dandeessisu sagalee caalmaan raggaasiseera.
Seerri kun mormii fi gadda guddaa addunyaa irratti uumee jira. 🌍

1️⃣ Eenyutu Seericha Fide? Maaliif?

Seera kana kan dhiyeessan paartii mirgaa cimaa “Otzma Yehudit” kan nama Itamar Ben-Gvir jedhamuun hoogganamuu fi miseensa paartii Likud ti.

Kaayyoon isaa inni guddaan “shororkeessummaa ittisuuf” kan jedhu yoo ta’u, mormitoonni garuu “haaloo ba’uu fi loogii sanyiiti” jedhu.


2️⃣ Qabxiilee Ijoo Seerichaa: “Fannoo fi Dukkana” ⛓️

Seerichi qabxiiwwan nama naasisan hedduu of keessaa qaba:

• ⚰️ Adabbii Fannoo: Namni murtiin itti murtaa’e fannifamee ajjeefama. Kunis guyyoota 90 keessatti raawwatamuu qaba.
• 😷 Haguuggii Fuulaa: Namni ajjeechaa kana raawwatu akka hin beekamneef fuula haguuggatee raawwata, eegumsa seeraa guutuus ni argata.
• 🚫 Ol-iyyannoo Kan Hin Qabne: Murtiin erga darbee booda iyyannoon adabbii kana hambisu hin jiru.
• 🕳️ Kophaa Hidhamuu: Hidhamtoonni murtii du’aa eeggatan hallayyaa lafa jalaa keessatti kophaatti hidhamu; maatii fi firri akka isaan hin argine ni dhowwamu.

3️⃣ Maaliif “Loogii Sanyii” Jedhama?

Seerri kun kan xiyyeeffatu Falasxiinota Israa’eloota ajjeesan irratti qofa. Garuu, namni Israa’el lammii Falasxiin yoo ajjeese adabbii kanaan hin gaafatamu. Kunis seericha “loogii sanyii” akka jedhamu taasiseera.

Guyyaan seerichi itti ragga’es yaadannoo “Guyyaa Dachii” Falasxiinotni waggaa 50ffaaf gaggeessaa jiran irratti kan walitti dhufee dha.

4️⃣ Lakkoofsota Garaa Nama Nyaatan 📊

Odeeffannoon haaraa dabalataa akka nagaasisutti, manneen hidhaa Israa’iil keessatti hidhamtoonni Falasxiin 9,500 oltu jira:

• 👶👩 Ijoollee fi Dubartoota: Hidhamtoota keessaa 350 ijoollee xixinnoo yoo ta’an, 66 dubartoota.

• ⚰️ Awwaala Warra Jiruu: Maatiin hidhamtootaa manneen hidhaa kana “Awwaala Nama Lubbuu Qabuu ” jedhanii waamu. Sababiin isaas beela, tortoraa qamaa fi wallaansa fayyaa dhabuun namoonni hedduun achi keessatti du’aniiru.

• 🩸 Wareegamtoota: Onkoloolessa 2023 as qofa, hidhamtoonni 88 hanga 100 ta’an dararama kanaan mana hidhaa keessatti lubbuun isaanii darbeera.

Walii galatti namni kuma kudhan tahu guyyoota 90 jiddutti fannifamuuf murteen darbeera.




Gaddi kun kan saba tokkoo qofa miti; gadda haqni dachee irratti du’eef dhufeedha. 🌑💔
336004
MISBAAHUL UMMA💡 logo
MISBAAHUL UMMA💡

23 de abr. de 2026, 05:21

Photo
Waa’ee seera “ajjeechaa hidhamtoota Falasxiin Irratti Murtaa’e Maal Beekna?! ⚖️🔥

Seerri sun yoom ragga’e? 🗓️
Nama meeqa hammata? 👥
Ajjeechaa raawwachuuf guyyaa meeqatu kaa’ame? ⏳

Daqiiqaa muraasa booda na eegaa ⏰✨
275004
MISBAAHUL UMMA💡 logo
MISBAAHUL UMMA💡

23 de abr. de 2026, 05:21

Seenaa Musalimatoto Itoophiyaa

Kutaa 1: Seenaa Jalqabaa (Seensa)

Seenaa Musalimatoni Itoophiyaa
🤚🕌 Salaam alaikum warahmatullahi wabarakatuh! 🌙✨

Itoophiyaan 🇪🇹 biyya seenaa amantii Islaamaa keessatti bakka addaa qabdu dha. ⭐ Bara 615 A.D. (Hijra jalqabaa) 🕋, Nabii Muhammad (SAW) 🤍 sahaaba isaanii roorroo Quraysh irraa baqachuuf gara Itoophiyaa (Aksum) 🏞️ erge.

Mootichi Kiristaanaa ta’e 👑✝️ Najashi (Ashama ibn Abjar) 🤝 sahaabota kanaaf deeggarsa godhe, bakka nagaa 🕊️ kennuuf. Kun Hijra jalqabaa ta’ee, Itoophiyaan "Dar al-Hijrah" 🏡 (biyya baqattootaa) jedhamte.

📍 Negash (Tigray keessa) bakka jalqabaa Musalimoonni itti qubatan ta’e.
Nabii (SAW) 🤲 "Itoophiyaan hin miidhaminaa" jechuun sahaabota isaanii dhaamsa kennaniif.

Itoophiyaan Musalimoota %31.5 🧕🧔‍♂️ ta’an qabdi (2024). Seenaan keenya 📖 kan nagaa 🕊️, walitti dhufeenya 🤝 fi qabsoo 💪 ta’ee jira.

🎧 Yoo dhaggeeffachuu barbaaddan → Kitaaba "Seenaa Musalimoota Itoophiyaa" 📚 Ustaaz Ahmaddiin Jabal barreesse sagalee (podcast) irratti argamuu danda'a.

👉 In sha Allah kutaa itti aanu keessatti seenaa itti fufsiifna… ⏭️✨

📲
📲

#SeenaaMusalimatoniItoophiyaa #IslamInEthiopia 🕌✨

♡ ㅤ   ⎙ㅤ     ⌲           ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
2,260002
MISBAAHUL UMMA💡 logo
MISBAAHUL UMMA💡

23 de abr. de 2026, 05:21

🌿 AKKAMITTI NAMA KABAJAMAA TAATA?

🌁 Barnoota Hiriyoota Lamaan Seenaa Keessatti Baay’ee Kabajamanii kana mee haa laalluu:

⭐ Abu Bakri As-Siddiiq (RA) fii
⭐ Umar ibnu Al-Khaxxaab (RA)

⚠️ Isaan mootummaa yookaan qabeenyaan hin kabajamne —
garuu iimaana, dhugaa fii amala gaariidhaan kabajaman.

🌏 Rabbiin Qur’aana keessatti akkana jedha:

“Rabbiin biratti irra kabajamaan keessan, irra Rabbiin sodaataa keessani."

Al-hujurat(49:13)

1️⃣ Abu Bakr (RA) – Kabajaan isaa Dhugaa fii Amanamummaa isaa Irraa kan dhufeedha.

🩵 Ergamaa Rabbiitti ﷺ saffisaan amane.
🍑 Qabeenya isaa Islaamaaf kenne.
🧨 Rakkoo hundatti cichee dhaabbate.

❇️ Ergamaan Rabbii ﷺ ni jedhan:
“Odoo ani nama tokko michuu godhachuu barbaadee, Abu Bakriin godhadha ture.”

💥 Kabajni isaa dhugaa fii qulqullina irraa dhufe.

2️⃣ Umar ibn Al-Khattab (RA) – Kabajaan isaa Haqaa fii Jabina isaa Irraa kan dhufeedha.

🚦Haqaan mootummaa bulche.
🎁 Rabbiin baay’ee sodaata ture.
💦 Halkan deemee hiyyeeyyii gaafata ture.

🩵Ergamaan Rabbii ﷺ ni jedhan:
“Dhugumatti Rabbiin dhugaa arrabaa fii onnee Umar irra kaa’e.”

🥦Kabajni isaa haqaa fii jabina inni dhugaaf qabu irraa dhufe.

✨ Maaltu Isaan Kabajamoo Godhe?

✔️ Taqwaa cimaa
✔️ Ifaa fii dhoksatti Rabbi sodaachuu isaanii
✔️ Gad of qabuu (tawaadu’a)
✔️ Haqaa fii dhugaa
✔️ Ummaataaf of kennuu isaanii.


📌 Islaamummaa keessatti kabajni dirqamaan hin dhufu

📌 Rabbiitu onnee namootaa keessa kaa’a.

✅️ Yoo ati hariiroo kee Rabbii wajjin sirreessite,
Rabbiin maqaa keetii fii kabaja kee namoota biratti siif sirreessa.

📚 Rabbiin amala Abu Bakrii fii Umar (RA) nuuf haa kennu. 🤲

🤲🏻🤲🏻Aaaamiiiiiin 🤲🏻🤲🏻

#𝐉𝐎𝐈𝐍👇

https://t.me/Caayaadiiinaalislaam
208002
MISBAAHUL UMMA💡 logo
MISBAAHUL UMMA💡

23 de abr. de 2026, 05:21

Photo
Palestine 🇵🇸
Waan hunda irratti miira ko Too'aachuu nan yaala Dhimma kessan irratti hin danda'uu
اللهم بردا وسلاما عليهم 🥹
298005
MISBAAHUL UMMA💡 logo
MISBAAHUL UMMA💡

23 de abr. de 2026, 05:21

Photo
📈ODUU GAMMACHUU: 🌐

BANIINSA AKKAADAAMII ISLAAMAA AL-ISHARA!

Beekumsi ifa jireenyaati! Akkaadaamiin keenya "Al Ishara Islamic Academy" barnoota amantii Islaamaa gosa garaa garaa fi barnoota madaallii amantii (Comparative Religion) karaa Telegram isiniif beeksisa turuun ni yaadatamaa amma immoo sababaa soomanaaf kan dhaabee ture deebisuuf qophii isaa xumureera.

🗓 Guyyaa: Kamisa Galgala
📅 Halkan: 02/04/2026 (Akka lakk. Itoophiyaàtti) / 24/07/2018 (A.L.I)
clock 2 Sa'aatii: 2:30 (Galgala - Ethio Time)
📍 Bakka: Karaa Telegram (Al Ishara Islamic Academy)

Sagantaa baniinsaa kana irratti hayyoonni fi dhiyeessitoonni bebbeekamoon akka:

🔴Ustaaz Abu Mu'aaz
🔴Ustaaz Abbaa Caalii
🔴Ustaaz Abuu Salmaan
🔴Ustaaz Rabii Naziif
🔴Ustaaz Abu Aasiyaa
🔴Ustaaz Ibsaa Muhammad
🔴Ustaaz Yuunus Baqqale
🔴Ustaaz Kadir
🔴Ustaaz Sayyaa Huseen
🔴Ustaaz Ibnu khayru
🔴Ustaaz Whisper
🔴Fu'aad Zakariyyaa
🔴Muhammad A/duraa
🔴Mu'aaz Awwol
🔴Xaahir Ibraahim
🔴Rafiiqul Islaam fi kanneen biroos ni hirmaatu.

Carraa beekumsa keessan itti guddiffattan kana akka hin dhabne! Namoota biroofis Share gochuun qooda keessan ba'aa.

🔗 Linkii Telegram Keenyaa:
✈️ https://t.me/al_ishara_islamic_academy

Odeeffannoo Dabalataatiif 👇👇

https://t.me/+L-34vxbyV74yYjJk
https://t.me/+w5Ha8Tk2P2lkMDNk
156002
MISBAAHUL UMMA💡 logo
MISBAAHUL UMMA💡

23 de abr. de 2026, 05:21

📢 BEEKSISA ARIIFACCHIISAA: GALMEEN XUMURAMUUF JIRA!
MASHAA'ILUL HUDAA (COLLEGE OF COMPARATIVE RELIGION)
COLLEGE keenya MASHAA'ILUL HUDAA, inni biyya Keeniyaatti hundeeffamee tajaajila barnoota amantiiwwan wal-bira qabuu (Comparative Religion) bal'inaan kennaa ture, amma balbala isaa Itiyoophiyaa keessatti banuun barattoota simachaa jira.
Garuu, carraan galmee yeroo gabaabaaf qofa kan baname ta'uu isaa isiniif dhaamna! Ariitiin galmaa'aa.
📚 MASHAA'ILUL HUDAA COLLEGE KEESSATTI MAAL BARATTU?
Barnoota gadi fageenya qabuun:
Xiinxala Kitaabota Qulqulluu: Ragaa qabatamaa irratti hundoofne.
Deebii Gaaffilee: Gaaffilee amantiin wal-qabatanii ka'aniif deebii quubsaa kennuu.
Seenaa fi Bu'uura: Amantiiwwan gurguddoo addunyaa hubachuu.
Dandeettii Falmii: Ragaa dhiyeessuu fi dandeettii xiinxalaa cimsuu.
📜 WARAQAA RAGAA (CERTIFICATE)
Barattoonni barnoota isaanii xumuran, waraqaa ragaa (Certificate) sadarkaa isaa eeggate kan MASHAA'ILUL HUDAA COLLEGE (Kenya) irraa ragaasifame ni argatu.
⏳ YEROO GALMEE FI BAKKA BARNOOTAA
Hubachiisa: Yeroon galmee dhumachuuf guyyoota muraasa qofatu hafe!
Bakka Hundeeffamaa: Kenya (Keeniyaa)
Bakka Barnootaa: Ethiopia (Online fi Qaamaan)
📲 QUNNAMTII FI GALMEEF (TELEGRAM)
Odeeffannoo dabalataaf ykn galmaa'uuf linkiiwwan Telegram gadii kanaan nu qunnamuu dandeessu:
Direct Contact: https://t.me/alii096214
Official Channel: https://t.me/ifaahaqqii1
"Beekumsi Dhugaa Ittiin Of-Baran, Jireenya Namaa Jijjiira!"

https://t.me/aliihirboo96
124002
MISBAAHUL UMMA💡 logo
MISBAAHUL UMMA💡

23 de abr. de 2026, 05:21

Seera Uffata Hijaabaa

1. Hagooggii (hijaaba) uffachuun dirqama, hijaaba guutuu jeechuun jalaabiibaafii niqaaba fuulaa, ammas abaayaa guutuu qaamaatti uffachuu jechuudha. Hijaaba namni uffate sawaaba guddaa argata, kan dhiise ammoo qixaaxa guddaatu isa eeggata. kanarratti Rabbiin (s.w) akkana jedha. 



☀️ “Ati yaa ergamaa kiyya jaartiiwwan teetiin jedhi, dubbarran teetiinis, dubartoota muslimaatiinis, sheedara isaanii gad hagooggadhaa jedhiin. Santu dhihoodha beekkaamuufi miidhamuu dhabutti. Rabbiin araaramaa tola oolaa tahee jira” 
(Suuraa Ahzaab 59)

☀️ Uffanni hijaabaa ulaagaalee asii gadii kana guuttachuu qaba.

A. kan qaama isii hunda hagoogu tahuu.
B. bal’aa qaamatti hin maxxanne tahuu.
C. Furdaa keysaan qaamni hinmulanne tahuu.
D. Kan uffata dubartii kaafiraa hin fakkaanne tahuu.
E. Kan uffata dhiiraa hin fakkaanne tahuu.
F. Kan shittoo hin dibamin tahuu.
G. Kan suuraa lubbu-qabeeyyii qabu tahuu dhabuu. 

2. Dubaartiin muslimaa mana isii keessatti tottolfattee miidhaguufii faaya adda-addaa morma, harka, gurraafii quba isiitti uffachuu ni dandeessi. kuni inumaa abbaa mana isii biratti akkaan barbaachisaadha. Shittoo, hinnaa, kuulii, fii kkf godhattee bareeduu qabdi.

💥 Garuu asirratti waanni dhowwame ni jira. San keessaa warreen abaarame kanneeni.

A. Rifeensa guduunfuu: Tan rifeensa isii kan biroo itti guduunfitee dheereyfattuu fi tan dheeressituuf.
B. Nyaara haaduu: Nyaara ijaa tan haaddattuu fi tan haadduuf.
C. Tumaa tumatuu: Tan irgoo ilkee fi bakka birootis tumattuu fii ta tumtuuf.
D. Kaarruu baafachuu: Tan ilkee kaarruu tolfattuu fi tan tolchituuf. kkf hundinuu abaaramanii jiran. Dilii gurguddoodha, irraa fagaachuun barbaachisaadha.

#𝐉𝐎𝐈𝐍👇

https://t.me/Caayaadiiinaalislaam
167002

Showing 10 of 10 posts

Avaliação

Login necessário

Frequently Asked Questions

Sobre o que é o canal Telegram MISBAAHUL UMMA💡?+

MISBAAHUL UMMA💡 (@muslimchanal1) é um canal Telegram listado em Religião no tgdio. Ranking, avaliações, reviews e posts recentes para decidir antes de assinar. Atualmente lista cerca de 13.001 inscritos no tgdio.

Como entrar em MISBAAHUL UMMA💡 (@muslimchanal1) no Telegram?+

Abra o perfil no tgdio e use Join / Open in Telegram para assinar @muslimchanal1 de graça.

MISBAAHUL UMMA💡 é um bom canal de Religião?+

No tgdio você pode ver avaliação, reviews, ranking e posts de MISBAAHUL UMMA💡 antes de entrar. Atualmente lista cerca de 13.001 inscritos no tgdio. Compare com canais similares de Religião.

Onde ver estatísticas e posts de MISBAAHUL UMMA💡?+

No tgdio, abra @muslimchanal1 para stats de inscritos, ranking, avaliações e posts. Use Stats para gráficos.