Shaggar City Communication Telegram channel photo

Shaggar City Communication

Shaggar City Communication shares Networking updates and media on Telegram. Join to stay updated.

NetworkingportuguêsBrasil

3k

Last views

14.3k (14,344 subscribers)
Membros
—
Rating
27
Total Posts
Oct 21, 2026, 4:04 AM
Atualizado
Apr 1, 2026
Created
Stats

Você está vendo conteúdo em português. Para ver conteúdo em outros idiomas, mude o idioma do site.

Channel Information

Channel Information
Channel NameShaggar City Communication
Username@shagarcitycommunication
CategoryNetworking
Languageportuguês
CountryBrasil
Membros14,344
Channel TypePublic Channel
Created1 de abr. de 2026
Last Updated21 de out. de 2026 • há 21 horas
StatusActive

Classificação

Classificação Global
#149032+12747
Classificação por Idioma
#3136+268
Classificação por Categoria
#3121+236

Crescimento de Participantes

Total: 14.3K30 Days growth: +720.5%
09/2109/2610/0110/0610/1110/1610/20
Crescimento de Participantes - 30 Days
DateSubscribers
21:09:202614,272
22:09:202614,272
23:09:202614,272
24:09:202614,272
25:09:202614,272
26:09:202614,272
27:09:202614,272
28:09:202614,272
29:09:202614,272
30:09:202614,272
01:10:202614,272
02:10:202614,272
03:10:202614,272
04:10:202614,272
05:10:202614,272
06:10:202614,272
07:10:202614,272
08:10:202614,272
09:10:202614,272
10:10:202614,272
11:10:202614,272
12:10:202614,272
13:10:202614,309
14:10:202614,309
15:10:202614,309
16:10:202614,309
17:10:202614,309
18:10:202614,309
19:10:202614,309
20:10:202614,344
Crescimento de Participantes - Weekly
DateSubscribers
Week of 30:03:202614,144
Week of 06:04:202614,129
Week of 13:04:202614,135
Week of 20:04:202614,116
Week of 27:04:202614,116
Week of 04:05:202614,116
Week of 11:05:202614,064
Week of 18:05:202614,064
Week of 25:05:202614,064
Week of 01:06:202613,874
Week of 08:06:202613,874
Week of 15:06:202613,874
Week of 22:06:202613,957
Week of 29:06:202613,957
Week of 06:07:202613,957
Week of 13:07:202613,974
Week of 20:07:202613,974
Week of 27:07:202613,999
Week of 03:08:202614,012
Week of 10:08:202614,012
Week of 17:08:202614,226
Week of 24:08:202614,257
Week of 31:08:202614,257
Week of 07:09:202614,272
Week of 14:09:202614,272
Week of 21:09:202614,272
Week of 28:09:202614,272
Week of 05:10:202614,272
Week of 12:10:202614,309
Week of 19:10:202614,344
Crescimento de Participantes - Monthly
DateSubscribers
April 202614,116
May 202614,064
June 202613,957
July 202613,999
August 202614,257
September 202614,272
October 202614,344
Crescimento de Participantes - Yearly
DateSubscribers
202614,344

Últimos Posts

Shaggar City Communication logo
Shaggar City Communication

11 de out. de 2026, 16:52

Magaalaa Shaggaritti Irreechi Malkaa Ateetee, Malkaa Sabbataafi Caffee Tumaa karaa nagaafi duudhaa isaa eeggateen kabajameera
==
Irreechi sirna galateeffannaa,mallattoo tokkummaa, aaraaraafi ibsituu eenyummaa Uummata Oromooti.

Uummatni Oromoo waggaatti waqtiilee arfaasaafi birraa Uumamatti bahuun Uumaa isaa kadhachuun galateeffata.

Wayita arfaasaa Tulluutti bahuun Uumaa kadhatee arfaasaa eebbifata; wayita birraa ammoo Malkaatti bahee Waaqa dukkana gannaa dabarsitee booqaa birraan nu geesseef galata jechuun mareehoon dabaalee, Abbaa Gadaan durfamee, malkaa eebbaan saaqametti jiidha qabatee Uumaa isaaf galata dhiyeessa.

Haata'u malee sirni miidhagaa calaqqee eenyummaa Uummata Oromoo ta'e kun waggoota dheeraaf dhiibbaawwan siyaasa halagaatiin irra gahaa tureen handhuura irraa dhiibamus, Mootummaa jijjiiramaa qabsoo Uummataan dhalateen cabinsa Aadaafi eenyummaa ture hambisuun sadarkaa hundatti dagaagsuun danda'ameera.

Shaggaris Magaalaa cabinsa Aadaafi eenyummaa Uummata Oromoo irra gahaa ture qolachuuf kaayyeffatee hundaa'e yoo ta'u, hojii hojjetameenis ardaalee jilaafi ayyaanota calaqqee Aadaa ta'an sadarkaa hundatti akka dagaagu taasisuun danda'ameera.

Kunis cehumsaafi haaromsa Aadaa, eenyummaafi sirna Oromoo mirkaneessuurra darbee, qabeenya turizimii taasisuun faayidaa dinagdeef oolaa jira.

Haaluma kanaan Magaalaa Shaggaritti Ayyaanni Irreecha Malkaa Ateetee kilaastera Buraayyuutti, Malkaa Sabbataa kilaastera Sabbataafi  Malkaa Tumaa Caffee kutaa Magaalaa Galaanitti karaa nagaafi duudhaa isaa eeggateen kabajameera.

Odeeffannoowwan keenya ariitiin argachuuf:

Facebook
https://www.facebook.com/shaggarcitycommunication1
-------
YouTube
https://youtube.com/@shaggarcommunication?si=03UKwSTEZapXBvCp
--------
Tiktok
https://www.tiktok.com/@shaggarcitycommunication
---------
Telegram Channel https://t.me/shagarcitycommunication

Twitter /X https://x.com/ShaggarCityCom
---------
WhatsApp https://whatsapp.com/channel/0029VbDQGTuIHphR1HGDzY0I
---------
Website: https://shaggarcitycommunication.et
3,0000019
Shaggar City Communication logo
Shaggar City Communication

10 de set. de 2026, 06:38

Goobeefi Shinooyyeen calaqqee Aadaafi eenyummaa Oromooti !
==
Magaalaa Shaggaritti agarsiisni feestivaala Goobeefi shinooyyee gaggeeffamaa jira

Agarsiisichi qarreewwaniifi qeerroowwan kutaalee Magaalaa Shaggar hirmaachisuun kutaa Magaalaa Sabbataatti haala miidhagaa ta'een gaggeeffamaa jira.

Odeeffannoowwan keenya ariitiin argachuuf:

Facebook
https://www.facebook.com/shaggarcitycommunication1
-------
YouTube
https://youtube.com/@shaggarcommunication?si=03UKwSTEZapXBvCp
--------
Tiktok
https://www.tiktok.com/@shaggarcitycommunication
---------
Telegram Channel

Twitter /X https://x.com/ShaggarCityCom
---------
WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VbDQGTuIHphR1HGDzY0I
---------
Website: https://shaggarcitycommunication.et/
#Shaggar_Oromiyaa_Ethiopia
2,8700031
Shaggar City Communication logo
Shaggar City Communication

10 de set. de 2026, 06:38

Photo
Shaggar Investment Group gitoota hojii banaa qabu irratti dorgomsiisee qaxaruu barbaada. Namootni ulaagaa guuttan dorgomuu dandeessu
7,3600042
Shaggar City Communication logo
Shaggar City Communication

10 de set. de 2026, 06:38

Magaalaa Shaggaritti duula guyyaa tokkootiin biqiltuuwwan miliyoona 3 ol dhaabuuf qophiin taasifamuu Waajjirri Qonnaa Magaalaa Shaggar beeksise
-----
Sagantaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa marsaa 8ffaa akka biyyaatti dhaadannoo "Egeree magariisaaf hundi keenya abdii haa dhaabnu" jedhuun gaggeeffamaa jiru milkeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira.

Magaalaa Shaggarittis sagantaa ashaaraa magariisaa milkeessuufi ganna kana biqiltuuwwan gosoota garagaraa sosochii kenna tajaajila lammummaafi hirmaannaa hawaasaan dhaabamaa kan jiran yoo ta'u yoo ta'u kanaanis hanga ammaatti biqiltuuwwan miliyoona 15.6 dhaabamaniiru.

Biqiltuuwwan dhaabaman kunneenis kanneen nyaataaf oolan dhibbeentaa 30, biqiltuuwwan miidhaginaa dhibbeentaa 50fi biqiltuuwwan bosonaa dhibbeentaa 20 dhaabuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuun ibsameera.

Ittigaafatamaa Waajjira Qonnaa Magaalaa Shaggar Obbo Dajanee Baqqalaa akka himanitti, hojii sagantaa ashaaraa magariisaatiin hojjetame eegumsa madaala qabeenya Uumamaa tiksuurra darbee wabii nyaataafi carraawwan hojii guddisuu keessatti gahee olaanaa bahachaa jiraachuu himaniiru.

Kanaanis hojii waggoottan darbanitti hojjetaman dabalatee biqiltuuwwan miliyoona 60 dhaabuun kan danda'ameefi kanaanis wabii nyaataa mirkaneessuurra darbee uwwisa bosona Magaalichaa dhibbeentaa 11.7 irraa dhibbeentaa 21.98tti guddisuun kan danda'ame ta'uu kan himan, bara kanas milkaa'ina sagantichaaf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu himaniiru.

Haaluma kanaan ganna kana sadarkaa Magaalichaatti biqiltuuwwan miliyoona 18.8 buufataalee biqiltuutti kan qophaa'an yoo ta'u hirmaannaa dhaabbilee garagaraa saganticha irratti taasisan dabalatee waliigala biqiltuuwwan miliyoona 19.1 ni dhaabamu.

Duula guyyaa tokkootiinis biqiltuuwwan gosoota garagaraa miliyoona 3.06 lafa heektaara 875 irratti dhaabuuf qophiin taasifamuun ibsameera.
10,2000065
Shaggar City Communication logo
Shaggar City Communication

10 de set. de 2026, 06:38

"Ashaaraan magariisaa Wabii ijaarsa sirnaafi dhalootaati"_Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaan_Afa-yaa'ii Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa

Magaalaa Shaggaritti sagantaan dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa eegalameera.

Sagantichi bakka hooggantootni olaanoofi kutaaleen hawaasaa garagaraa argamanitti kutaa Magaalaa Buraayyuu Aanaa Aannee Diimaatti eegalchiifameera.

Magaalaa Shaggaritti sagantaa dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa bara kanaatiin biqiltuuwwan gosoota garagaraa miliyoona 19.1 dhaabuuf hojjetamaa jira.

Ashaaraan magariisaa Inisheetiivii misooma magariisaa sadarkaa hundatti mirkaneessuun badhaadhina hawaasummaafi dinagdee biyyaa dhugoomsuuf ministeera muummee Itiyoophiyaa Abiy Ahmediin kan eegalame yoo ta'u,kanaanis sodaa jijjiirama qilleensaaf wabii ta'uun cinatti wabii midhaan nyaataafi magariisummaa biyyaa dhugoomsuun danda'ameera.

Haaluma kanaan Magaalaa Shaggaritti sagantaan dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa eegalameera.

Sagantaa jalqabsiisa dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa kana irrattis Afa_yaa'ii Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaan, sadarkaa itti Aanaa Pirezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti kantiibaa Magaalaa Shaggar Tashoomaa Addunyaa (PhD) dabalatee hooggantootni sadarkaan jiran argamaniiru.

Afa-yaa'ii Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaan,Ashaaraan magariisaa wabii ijaarsa sirnaafi dhalootaa ta'uu kan himan, kunis magariisummaa dabaluun dinagdee maddisiisuufi carraa hojii babal'isuu akkasumas Oomishtummaa dabaluun wabii midhaan nyaataa kan mirkaneessedhas jedhan.

Hirmaannaa Uummatni duula ashaaraa magariisaa irratti taasiseefi taasisaa jirus calaqqee qooda fudhannaa hawaasni ijaarsa biyyaa keessatti qabu kan ittiin mul'atedhas jedhan.

Kana malees Ashaaraan magariisaa ijaarsa gaaddisa dhaloota egeree kaa'uu ta'uu himuun biqiltuuwwan dhaabamanis kunuunsuufi eeguun kaayyoo qabame galmaan gahuuf gahee ofii bahachuu akka qabanis dhaamaniiru.

Sadarkaa itti Aanaa Pirezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti kantiibaa Magaalaa Shaggar Tashoomaa Addunyaa (PhD) sagantaa kana irratti ergaa dabarsaniin ammayyummaan Magaalaa qabeenya Uumamaa eeguufi kunuunsuufi dinagdee utubuun kan calaqqisudhas jedhan.

Hundeeffama Magaalaa Shaggariin boodas hojii
magariisummaafi dinagdee utubuu hojjetameen milkaa'inootni argamuu kan himan waggoottan darbanittis Magaalichatti biqiltuuwwan miliyoona 71 ol dhaabamuu kan himan kanaanis gurgurtaa kaarboonii keessatti qooda qabaachuus himaniiru.
13,7000050
Shaggar City Communication logo
Shaggar City Communication

26 de ago. de 2026, 02:47

"Magaalaa Shaggar giddugala dinagdee Addunyaa taasisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira"_Tashoomaa Addunyaa (PhD)
-----
Manni maree Daldalaafi Waldaalee Seektara Shaggar sagantaa sirna galateeffannaafi waliigaltee waliin hojjechuu seektaroolee qindoominaa waliin gaggeessaa jira.

Mootummaan sirna daldalaa dorgomaa, haqa-qabeessaafi ammayyaa'aa taasisuuf riifoormiiwwan garagaraa taasisaa jira. Kanaanis dhaabbilee wabummaa sirna daldalaa milkeessan cimsuun gahee damechi guddina dinagdee biyyaa keessatti qabu akka guddatu taasisaa jira.

Haaluma kanaan Manni Maree Daldalaafi Waldaalee seektra Shaggar sagantaa sirna galateeffannaafi sirna mallattoo waliigaltee waliin hojjechuu seektaroolee qindoominaa waliin gaggeessaa jira.

Manni marechaa kaayyoowwan mirgaafi faayidaa daldaltootaa mirkaneessuu, daldalaafi Investimentii bu'a qabeessa taasisuu, Oomishaafi tajaajila daldalaa beeksisuu, gahumsaafi dandeettii daldaltootaa cimsuu akkasumas Mootummaafi hawaasa gidduutti riqicha ta'uuf Eebila bara 2015 hundeeffamuun hojiitti kan gale yoo ta'u, Waajjirooleefi dhaabbilee garagaraa waliinis hojjechaa jira.

Manni marechaa sagantaa galateeffannaafi waliigaltee waliin hojjechuu seektaroolee qindoominaa sadarkaan jiran waliin Hoteela Ililliitti gaggeessaa jira.

Sadarkaa itti Aanaa Pirezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti kantiibaa Magaalaa Shaggar Tashoomaa Addunyaa (PhD); Shaggar Magaalaa dinagdee taasisuuf hundeeffama irraa eegalee yaadama haaraan hojjechaa jiraachuu kan himan, kanaanis dinagdee maddisiisuun Oomishtummaa guddisuuf tumsiifi bu'aan manni marechaa argamsiise olaanaa ta'uu himaniiru.

Kaayyoon mana marechaas walitti dhufeenya Magaalaafi dhaabbilee dinagdee cimsuu ta'uu kan himan, waggoottan sadan darbanittis hojii qindoomina Mana marechaan hojjetameen ijaarsa dinagdeefi sirna daldalaa milkaa'aa jiraachuus himaniiru.

Dorgomtummaa sirna dinagdee cimsuun Magaalicha giddugala dinagdee Addunyaa taasisuuf hojjetamaa jiras jedhan.

Itti Aanaa Kantiibaafi qindeessaa kilaastera dinagdee Magaalaa Shaggar Obbo Guyyoo Galgaloo, imala guddina dinagdee biyyaaf hojiin daldalaa olaanaa ta'uu himuun, Magaalaa Shaggarittis hojii gama kanaan hojjetameen bu'aawwan gurguddoon gama carraa hojii uumuu, guddina galiifi dinagdee tarkaanfachiisuun argamuus himaniiru.

Tumsa dameen daldalaa guddinaafi babal'ina galii, carraa hojii uumuu, investimentiifi dinagdee biyyaa keessatti qabu dhugoomsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiras jedhan.

Pirezdaantii Mana maree Daldalaafi Waldaalee seektara Shaggar Mulgeetaa Mul'isaa (PhD); sagantaa kanaan qaamolee milkaa'ina argamaniif tumsa taasisan galateeffachuun qooda fudhattoota biroo waliin ammoo waliigaltee waliin hojjechuu kan mallattaa'u ta'uu himaniiru.

Manni Marechaa hundeeffama irraa eegalee dhaadannoo "Waliim taanee egeree fooyya'aa ni ijaarra" jedhu qabatee hojii hojjeteen leenjiiwwan gahumsa daldaltootaa cimsuu, Oomishtummaan akka dagaagu taasisuun tasgabbii gabaa uumuun milkaa'inootni guddina dinagdee hirmaachisaafi qindaa'aa ta'an argamuus eeraniiru.

Bara kanas guddinaafi ijaarsa dinagdee Magaalaa Shaggar milkaa'aa taasisuuf Waajjiroolee Galii, Carraa hojii Uumuufi ogummaa, Investimentiifi Waajjira daldalaa sadarkaan jiran waliin qindoomuun kan hojjetan ta'uu himuun, qaamolee tumsa hojichaaf taasisan galatoomfataniiru.

Magaalaa Shaggar giddugala dinagdeefi Investimentii akkasumas fakkeenya Badhaadhinaa taate ijaaruuf xiyyeeffannoon kan hojjetan ta'uus eeraniiru.

Odeeffannoowwan keenya ariitiin argachuuf:

Facebook
https://www.facebook.com/shaggarcitycommunication1

YouTube
https://youtube.com/@shaggarcommunication?si=03UKwSTEZapXBvCp

Tiktok
https://www.tiktok.com/@shaggarcitycommunication

Telegram Channel

Twitter /X https://x.com/ShaggarCityCom

Website: https://shaggarcitycommunication.et/
8,7700026
Shaggar City Communication logo
Shaggar City Communication

26 de ago. de 2026, 02:47

"Sagantaawwan rakkoo mana jireenyaa furuun hojjettoota Mootummaafi hawaasa fayyadamaa taasisan qopheessuun hojjechaa jirra"_Aadde Masarat Abbabee
-----
Magaalaan bakka hawaasni bal'inaan gamtoomee keessa jiraatuufi giddugala bu'uuraaleen jireenyaafi tajaajiootni hawaasaa keessatti dagaaguun beekamudha. Kunis dhimmoota sadarkaa guddina magaalaafi jireenyaa hawaasaa murteessuu keessatti gahee olaanaa qabanidha.

Bu'uuraalee kanneen keessaa misoomni manneen jireenyaafi tajaajilootni hawaasaa wantoota madaallii guddinaa, dorgomtummaafi mijaa'ina ittiin mul'atudha.

Mootummaan rakkoowwan mana jireenyaa hundeerraa furuuf hojiiwwan misoomaa manneenii irratti xiyyeeffachuun hojjechaa jira. Kunis gaaffii hojjettootaa deebisuun fooyya'insa sadarkaa jireenyaa kan dhugoomsudha.

Haaluma kanaan Magaalaa Shaggaritti rakkoo mana jireenyaa furuun hojjettoota Mootummaafi hawaasa fayyadamaa taasisuuf sagantaawwan misooma manneenii garagaraa qopheessuun hojjetamaa jira.

Hundeeffama Magaalichaa irraa eegalee fedhii mana jireenyaa furuuf hojii hojjetameen abbootii warraa 7,485 fayyadamaa taasisuun danda'ameera.
8,4000079
Shaggar City Communication logo
Shaggar City Communication

09 de jul. de 2026, 07:48

Qonna ammayyaa'e; ijaarsa dinagdee damdamataafi Badhaadhina hunda-galeessaaf
-------
Mootummaan guddina dinagdee bu'uura jabaa irratti ijaaruuf cehumsaafi bu'a-qabeessummaa qonnaa irratti xiyyeeffachuun hojjechaa jira. Kunis wabii nyaataa sadarkaa hundatti mirkaneessuurra darbee carraa hojii babal'isuu akkasumas Oomishaalee alaa galan kan biyya keessaatiin bakka buusuun galmoota Badhaadhina biyyaa dhugoomsaa jira.

Cehumsaafi bu'a-qabeessummaa damee qonnaa mirkaneessuufis tekinooloojiiwwan qonnaa ammayyaa hojiirra oolchuufi inisheetiiviiwwan garagaraa bocuun waqtiilee hunda Oomishaan dabarsuun bu'aawwan guddina dinagdee milkeessan argamaniiru.

Magaalaa Shaggarittis tekinooloojiiwwan makaanaayizeeshinii qonnaafi Inisheetiiviiwwan addaa Mootummaan badhaadhina hunda-galeessa mirkaneessuuf diriirse hojiirra oolchuun galmoota qabaman dhugoomsuuf hojjetamaa kan jiru yoo ta'u, kunis Badhaadhina sadarkaa maatiifi biyyaa mirkaneessuu keessatti shoora olaanaa bahachaa jira.

Haaluma kanaan Magaalaa Shaggar kutaa Magaalaa Sabbataatti sagantaan jalqabsiisa qonna waqtii gannaa eegalchiifameera.

Itti Aanaa kantiibaafi qindeessaa kilaastera dinagdee Magaalaa Shaggar Obbo Guyyoo Galgaloo saganticha irratti argamuun,hundeeffamni Magaalaa Shaggar oomishaafi oomishtummaa dabaluun fooyya'insa jireenya qonnaan bultootaa kan dhugoomse ta'uu kan himan, kunis sochii qonna ammayyeessuu hojjetameen bu'aa argamedhas jedhan.

Qonnaan bultoota dinagdeen fayyadamaa taasisuuf tekinooloojiiwwan qonna ammayyaatti fayyadamuun cehumsa gara Investimentiitti taasifamu milkeessuuf Aadaa qusannoo cimsuun hojjechuu akka qabanis himaniiru.

Sagantaa jalqabsiisa kana irratti kan argaman Sadarkaa itti Aanaa kantiibaatti qindeessaa kilaastera Qonnaafi misoomaa Magaalaa Shaggar Obbo Girmaa Hayiluu, qonna ammayyeessuun Oomishaafi Oomishtummaa dabaluun cehumsa dinagdee mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan.

Magaalaa Shaggaritti bara Oomishaa kanatti qonna gannaatiin lafa heektaara 95,500 misoomsuuf hojjetamaa kan jiru yoo ta'u, hanga ammaattis heektaarri 91,200 marsaa garagaraan qotamuun heektaarri 3,180 sanyiin uwwifameera.

Qonna gannaa bara kanaatiin dhibbeentaa 80 makaanaayizeeshinii qonnaa fayyadamuun kan qophaa'e akkasumas heektaarri kuma 70 ammoo kilaasteraan misoomsuuf hojjetamaa jira.

Milkaa'ina hojii qonna gannaa kanaafis callaa guddistuu kuma 60fi sanyiiwwan filatamoo qonnaan bultootaaf dhiyaachuus ittigaafamaa Waajjira Qonnaa Magaalaa Shaggar Obbo Dajanee Baqqalaa ibsaniiru.

Waliigala bara kana qonna gannaa irraa bu'aa callaa kuntaala miliyoona 4.5 argamsiisuuf hojjetamaa jira.
6,0800034
Shaggar City Communication logo
Shaggar City Communication

09 de jul. de 2026, 07:48

Photo
Jiraattotni Magaalaa Shaggar sagalee isaaniitiin bakka bu'aa isaanii filachaa jiru
------
Magaalaa Shaggaritti filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaatiin Jiraattotni ganama irraa eegaluun buufataalee filannoo garagaraatti argamuun bakka bu'aa isaanii filachaa jiru
8,5000053
Shaggar City Communication logo
Shaggar City Communication

11 de mai. de 2026, 05:11

Photo
Yaa'iin  idilee 13ffaa Mana Maree Magaalaa Shaggar  Kurmaana 3ffaa  gaggeeffamuu eegale.
      ___
‎Manni Maree Magaalaa Shaggar Yaa'ii idileesaa 13ffaa kurmaana 3ffaa bara hojii  2018 Magaalaa Shaggar  Magaalaa Finfinnee Galma  Waajjira Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti gaggeessaa jira.
‎
3,9500066
Shaggar City Communication logo
Shaggar City Communication

11 de mai. de 2026, 05:11

Magalli Shaggar wiirtuu siyaasaa,   dinagdee, hawaasummaafi qaroomina giddu galaa ta’uun namootni hedduminaan keessa jiraatanidha. Keessumattuu  carrraawwan misoomuufi bu'uuraalee misoomaatiin guutamuun ammoo fedhii lammiileen magaalicha keessatti hojjechuuf qaban dabaleera. Bara kana qofa investarootni 167 deeggarsa bulchiinsa Magaalaan lafa invastimantiif qophaa’e irratti  ijaarsa jalqabaniiru.

Odeeffannoowwan keenya ariitiin argachuuf:

Facebook
https://www.facebook.com/shaggarcitycommunication1

YouTube
https://youtube.com/@shaggarcommunication?si=03UKwSTEZapXBvCp

Tiktok
https://www.tiktok.com/@shaggarcitycommunication

Telegram Channel

WhatsApp: https://chat.whatsapp.com/ClggvainVIDKGZ5WqHUjzbq

Twitter /X https://x.com/ShaggarCityCom

Website: https://shaggarcitycommunication.et/
6,6500043
Shaggar City Communication logo
Shaggar City Communication

11 de mai. de 2026, 05:11

Shaggar Magaalaa dinagdeefi giddu-gala investimentii fayyadamummaa Uummataa mirkaneessaa jirtu !
   -------
Wantoota guddina dinagdee Magaalaa tokkoof murteessoo ta'an keessaa sochiin investimentii isa tokkodha. Kunis oomishtimmaafi madda galii guddisuu, carraawwan hojii uumuufi tajaajiloota misooma hawaasaaf oolan dagaagsuun fayyadamummaa Uummataa guddisuu keessatti gahee oolaanaa qaba.

Mootummaan  damee investimeentii keessatti hojii bal’aa hojjechaa jiruun bu’aan jajjabeessaan galmaa’aa jira. Kanaafis maammattoota fooyya’oo diriirsuun,  tajaajila mootummaa ammayyeessuun fi haala invastimeentiif mijataa uumuu irratti xiyyeeffannaan hojjetamaa jira.

Abbootiin Qabeenyaa biyya keessaafi alaa  Misoomawwan dinagdee biyyaa utubuu fi guddisuu keessaatti iddoo olaanaa qabu. guddina biyya keessatti shoora olaanaa taphachaa jiraniif mootummaan Paartii badhaadhinaan hoogganamu tarsiimoo gama kanaan jiru bocee Investetootaafi abbootii qabeenyaaf haala mijeessuun hojii hojjechaa jiruun bu'aan dinagdee mul'achaa jiru. Kanaanis dinagdee biyyaa  jijjiiruu keessatti shoora olaanaa ba'uu cinaatti hoji-dhabdummaa hir'isuu keessatti gahee olaanaa qaba.

Magaalaan Shaggar, Magaalaa yaadama haaraaf guddina ijaarsa dinagdee Investimentii babal’isuuf carraawwan qabdutti fayyadamuun sochiiwwan investimentii bu'a-qabeessa taasisuuf hojjechaa jirtu yoo ta'u, Kana galmaan gahuufis sirna simannaafi bulchiinsa investimentii ammayyeessuun galmoota Magaalichaa dhugoomsuuf hojii hojjetameen bu'aawwan hedduun argamaa jiru. Keessumaa haalli teessuma lafaa (ji’oopoltiksii) qilleensa baramaa, lafti qonnaaf mijataa ta'e jiraachuu akkasumas giddu-gala loojistikii ta'uufi bu’uuraalee misoomaa jiraachuun Magaalicha invastimantiif iddoo filatamaa taasiseera.

Giddu-gala dinagdee carraawwan  misooma investimentii babal’isuuf guddaa qabaachuufi  pootenshaala investimentii hedduu sektaroota baay’een hojjetaman Investaroota biyya keessaa, alaa fi misoomsitoota lafa Qonnaa kenname irratti akka sirna bulchiinsa ramaddii lafaa nageenya fooyya’aa, simannaa investimantii ifa ta’ee fi qajeelfama labsii qabu irratti hojjetameen bu'aa gariin argamaa jira.

Rakkoowwan misooma Investimentii babal’isuuf hundeeffama magaalaa shaggariin dura ture fooramiifi mariiwwan garaa garaa Investeroota wajjin gaggeessuun akka hiikamu ta'ee, walitti dhufeenya Abbootii Qabeenyaa, Qonnaan bultoota adda duree fi bulchiinsaa gidduu jiru cimsuun babal'inaa fi bu'a qabeessummaan Investmentii magaalichatti akka cimu taasisuun danda'ameera.

Babal'ina misooma Investimentii Magaalaa Shaggaritti hojjetaman kunis, Pootenshala lafa investimeentii adda baasuun qopheessuu fi dabarsuu, hojii regurazeshinii gaggeessuun akkataa hojimaataa fi seeraan bu'uura godhachuun mirga abbaa qabiyyumma uumuun al seerumma lafa irratti gaggeeffamu hambisaa deemuu fi lakka’iinsa lafaa gaggeessuun ragaa lafaa adda baasanii beekuun rakkoo jiru bu'uura irraa furaa deemuun dhimma ijoo ta'ee xiyyeeffannoon  irratti hojjetamaa turedha.
‎
Haala mijataa uummame kanaan Inveesteroota addaa addaa biyya keessaafi alaatiin  damee Investimentii addaa addaa  irratti bobba'uun hojii hojjetameen bu'aawwan gurguddoon galii guddina dinagdee biyyaa bu'uura jabaa irra dhaabuu danda'an  waggoottan muraasa keessatti galmaa’uu danda'eera.

Kunis dameewwan Investimentii, Manufacturing, Tajajila/Service/ fi
Qonnaa/Agriculture/ irratti, Investeroota, gosa addaa addaa ,Abbootii qabeenyaa Idilee, biyya alaa /foreigners, Diyaaspooraa, Qonnaan bulaa, IMXfi Waldaalee hojii Gamtaa dabalatee waliigalaan investarootni 5,115 ta'an dameewwan kanneen irratti bobba'uun hojjechaa jiru.

Investerroonni kallattii garaa garaan damee  hojii Investimentii addaa addaa irratti babba'anii  hojjechaa jiran kun qarshii Kaappitaala qarshii biiliyoona 200 ol  kan galmeessan yoo ta'u, waggoottan sadan darbanitti oomishaa al ergii toonii 131,925 irraa galiin Doolaarri biliyoona 2,482  argameera.
5,1000018
Shaggar City Communication logo
Shaggar City Communication

11 de mai. de 2026, 05:11

Photo
Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujeetti oomisha qamadii bonaa maasaa qonnaan bulaa irratti oomishaamaa jiru hooggantoota sadarkaa magaalaa fi kutaa magaalichaan daawwatameera.

Daawwannaa kana irratti sadarkaa itti Aanaa Kantiibaa Magaalaa Shaggariitti qindeessaan kilaastara misoomaa fi qonnaa Obbo Girmaa Haayiluu fi Itti gaafatamaa ijaarsaa Paartii Badhaadhinaa damee magaalaa shaggar Obbo Abduljalil Abdurroo argamaniiru.
10,1000067
Shaggar City Communication logo
Shaggar City Communication

11 de mai. de 2026, 05:11

Photo
Rakkoo Hawaasummaa Waloof Buusaa Gonofaa!

Buusaa Gonofaan Aadaa Walgargaarsaa Uummanni Oromoo yeroo rakkoon namtolcheefi uumamaa isa mudatu ittiin wal gargaarudha. Aadaa walgargaarsaa Uummanni Oromoo ittiin Walgargaarsaa ture kanas Mootummaan Naannoo Oromiyaa caaseffamaan sirneessuun rakkoo hawaasummaa waloof fala waloo akka ta'u taasisee jira.
7,5300015
Shaggar City Communication logo
Shaggar City Communication

01 de abr. de 2026, 19:53

Photo
Itiyoophiyaa; gara biyya fakkeenyummaatti !
----
Sirni ifoomsa Manifestoofi Mallattoo Paartii Badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaa Magaalaa Shaggaritti sagantaawwan garagaraan gaggeeffamaa jira.

Sirna kana irrattis sadarkaa itti Aanaa Pirezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Kantiibaa Magaalaa Shaggar Tashoomaa Addunyaa (PhD) hoogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa damee Magaalaa Shaggar Obbo Alamaayyoo Tulluu, akkasumas Afa-yaa'ii mana maree Magaalaa Shaggar Obbo Qaabatoo Albee dabalatee hooggantootni olaanoo Paartiifi Mootummaa sadarkaan jiraniifi miseensotni Paartii Badhaadhinaa argamaniiru.
6,7300049

Showing 27 of 27 posts

Avaliação

Login necessário

Frequently Asked Questions

Sobre o que é o canal Telegram Shaggar City Communication?+

Shaggar City Communication (@shagarcitycommunication) é um canal Telegram listado em Networking no tgdio. Ranking, avaliações, reviews e posts recentes para decidir antes de assinar. Atualmente lista cerca de 14.344 inscritos no tgdio.

Como entrar em Shaggar City Communication (@shagarcitycommunication) no Telegram?+

Abra o perfil no tgdio e use Join / Open in Telegram para assinar @shagarcitycommunication de graça.

Shaggar City Communication é um bom canal de Networking?+

No tgdio você pode ver avaliação, reviews, ranking e posts de Shaggar City Communication antes de entrar. Atualmente lista cerca de 14.344 inscritos no tgdio. Compare com canais similares de Networking.

Onde ver estatísticas e posts de Shaggar City Communication?+

No tgdio, abra @shagarcitycommunication para stats de inscritos, ranking, avaliações e posts. Use Stats para gráficos.